Samad in the Forest: English - Oromo Bilingual Edition
A Samad le encantaban los animales.
Su sueño era pasar un día entero en un bosque y dormir en la casa del árbol. Sigue a Samad en esta aventura en la que hizo amigos maravillosos y descubrimientos asombrosos.
Adentrarse en un bosque nunca había sido tan divertido. Saamaad Bineensota jaallatee jira. Abjuu isaa kan ture guyyaa guutuu bosona keessa dabarsuu fi iddoo ciisichaa mukkeen irra jiru irra rafuu dha.
Akkuma saamaad imala kana yaabbatee hiriyoota dinqisiifamoo kanneen horatu fi argannoowwan ajaa'ibsiisoo argateen isa hordofi. Bosona keessa deemuun caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru.
© Book1 Group - todos los derechos reservados.
El contenido de este sitio no se puede copiar o usar, ni en parte ni en su totalidad, sin el permiso escrito del propietario.
Última modificación: 2024.11.14 07:32 (GMT)