Samad in the Desert: English - Oromo Bilingual Edition
A Samad le encantaba salir.
Su sueño era pasar un día entero en el desierto y nadar en el oasis. Sigue a Samad mientras se embarca en esta aventura en la que hizo amigos maravillosos y descubrimientos asombrosos.
Adentrarse en un desierto nunca había sido tan divertido. Saamaad gadi ba'ee deemuu baay'isee jaalata ture. Abjuun isaa guyyaa guutuu gammoojjii keessa ooluu, fi eela keessa bishaan daakuu ture.
Adeemsa isaa hiriyoota babbareedan horachaa argannoo nama ajaa'ibsiisu argachaa jiru irratti Saamaadiin faana deemi. Gara gammoojjii deemuun akka ammaa kanatti nama gammachiisee hin beeku.
© Book1 Group - todos los derechos reservados.
El contenido de este sitio no se puede copiar o usar, ni en parte ni en su totalidad, sin el permiso escrito del propietario.
Última modificación: 2024.11.14 07:32 (GMT)